Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Odaa Bultumii fi Mattuu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Yuunvarsiitiin Odaa Bultumii fi Mattuu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan ha’a eebbisiisaniiru.
Yuunivarsiitiin Odaa Bultum…
Magaalaa Finfinneetti hojiirra Oolmaa barnoota sirna Gadaa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin…
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Magaalaa Finfinneetti hojiirra Oolmaa barnoota sirna barnootaa waliigalaa Afaan Oromoo fi barnoota Gadaa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mariin…
Koolleejjiin Faarmaa damee shaashamannee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 800…
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) - Koolleejjiin Faarmaa damee shaashamannee barattoota gulantaa fi digriin barsiisaa ture 800 eebbisiiseera.
Eebbifamtoota kanneen keessaa…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 95ffaa gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarseera
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 95ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa…
Tarminaalli Tursiisa konkolaattoota fe’umsaa daangaa ce’aa Dawwallee eebbifame
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Naannoo Soomaalee Godina Siitii aanaa Dawwalleetti Tarminaalli Tursiisa konkolaattoota fe’umsaa daangaa ce’aa eebbifame.
Sirna eebbichaarratti…
Aanaa Kuyyuutti Rasaasni seeraan alaa too’atame
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) - Godina Shawaa Kaabaa Bulchiinsa Magaalaa Garba Gurraachatti rasaasni Kilaashii 500 ta’u seeran ala daddabarfamaa ture too’atamuu ibsame.
Eeruu…
Ityoophiyaan qaamolee dhuunfaa fi Dhaabileewwanii ol – Dooktar Abiy
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Ityoophiyaan qaamolee dhuunfaa fi Dhaabileewwanii ol biyya guddoodha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Yaadni,…
Tajaajilli galmeessa daldalaa fi hojmaata kenna eeyyamaa ‘Online’ eegalame
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Tajaajilli sirna galmeessa daldalaa fi hojmaata kenna eeyyamaa ‘Online’ har’a ifatti eegalamuu ibsameeera.
Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
Yuuniyeeniin Waldaa Hojii Gamtaa Oomishtoota Bunaa Oromiyaa Warshaa Bunaa ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Warshaa Bunaa Yuuniyeenii Waldaa Hojii Gamtaa Oomishtoota Bunaa Oromiyaa…
Yuunvarsiitiiwwan barattootaa ogummaa adda addaan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Yuunvarsiitiwwan garaagaraa barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa turan har’a eebbisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii…