Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsitiin Dambii Doolloo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbisiise
uunvarsitiin Dambii Doolloo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Yuunvarsitiin Dambii Doolloo barattoota ogummaa…
Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa fi Amboo Barattoota ogummaa garaagraan Barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Yuunvarsiitiin Amboo Kaampaasiiwan isaa 4 keessati barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 fi 615 eebbisiise.…
Naannoo Harariitti manneen jireenyaa waliinii harka qaleeyyii haaromsame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti prookettiin manneen jireenyaa waliinii harka qaleeyyii haaromsame har’a eebbifame.
Naannichaatti manneen jireenyaa kanneen baasii…
Finfinneetti Shamarraan kumni 29 ol talaallii ittisa Kaansarii Fiixee gadaameessaa fudhachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Shamarraan kumni 29 ol talaallii ittisa Kaansarii Fiixee gadaameessaa fudhachuu isaanii itti aantuun Kaantibaa magaalaa…
Hoggantoonni Poolisii Biyyaalessa Jiibuutii Yuunvarsiitii Poolisii Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Hoggantoonni Poolisii Biyyaalessa Jiibuutii Yuunvarsiitii Poolisii Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisaniiru.
Daayreektarri olaanaan Poolisii…
Aadde Mufariyaat itti aanaa barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil itti aanaa barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Giilsi Miikaad waliin…
Ummanni nageenyaa fi tasgabbii naannoosaa mirkaneeffachuu cinaatti, hojiiwwan misoomaa humna guutuun…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Ummanni nageenyaa fi tasgabbii naannoosaa mirkaneeffachuu cinaatti, hojiiwwan misoomaa humna guutuun raawwachuu akka danda'u agarsiisuu preezdaantii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 771 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 771 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Hojjettoonni mootummaa yeroo kenname keessaatti qabeenya isaanii hin galmeessine ni gaafatamuu…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Hojjettoonni mootummaa dhaabbilee garaagaraa keessa hojjetan yeroo kenname keessaatti qabeenya isaanii hin galmeessine kan gaafataman ta'uu Komishiniin…
Obbo Musxafeen Mahaammad godina Siitii aanaa Shiiniileetti buufata konkolaataa ijaarrame eebisiisan
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Itti aanaa preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad godina Siitii aanaa Shiiniileetti buufata konkolaataa ammayaa’aa ijaarrame eebisiisuun…