Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dooktar Abiy Ahimad lammiileen Ityoophiyaa hundi sagantaa ‘Irbaata Biyyaaf’ jedhurratti akka…
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad lammiileen Ityoophiyaa hundi sagantaa ‘Irbaata Biyyaaf’ jedhurratti akka hirmaataan waamicha…
Baatii tokko keessatti Hidha Haaromsa Guddichaaf Birriin miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 16…
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Erga Guutinsi bishaanii marsaan jalqabaa Hidha Haaromsa Guddichaa xumurame baatii tokko keessatti Birriin miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 16 ol…
Miseensonni ABO shanee 32 hidhannoo guutuu waliin harka kenneen
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) –Godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaatti miseensoonni ABO shanee 32 hidhannoo guutuu waliin mootummaatti harka of kennaan.
Miseensoonni kunneen…
Proojaktoota eegalaman xumuruun hojii keenya ijoodha – Aadde Adaanachi Abeebee
Finfinnee, Hagayya 13, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti proojaktoota eegalaman xumuruun hojii duraa ta’uu itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee ibsan.…
Manni maree naannoo hararii baajata bara hojii 2013 Birrii biiliyoona 2.5 ol raggaase
Finfinnee, Hagayya 13, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii yaa'ii idilee 2ffaa, marsaa 5ffaa, bara 5ffaasaa gaggeessaa jiruun baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 2.5 ol…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 28 vaayrasii koroonaan lubbuun isaanii darbe
Finfinnee, Hagayya 13, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa1,386 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
…
Obbo Zhaanxiraar Abbay Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Qindeessaa Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa…
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Obbo Zhaanxiraar Abbay Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Qindeessaa Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa ta’uun muudaman.
Manni Maree…
Aadde Adaanech Abeebee Itti Aantuu kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Aadde Adaanech Abeebee Itti Aantuu kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman.
Manni Maree magaalaa Finfinnee walga’ii ariifachiisaa har’a…
Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Sochii waliigalaa naannichaarratti…
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Sochii waliigalaa naannichaarratti miidiyaaleef ibsa kenne.
Naannoo Oromiyaa keessatti…
Amnastii Intarnaashinaal viidiyoo mormii fi fincila kakaasu maxxansee tureef dhiifama gaafate
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Amnastii Intarnaashinaal viidiyoo mormii fi fincila kakaasu maxxansee tureef dhiifama gaafate.
Dhaabbatichi Ityoophiyaatti hidhaan hammaatera; namoonni…