Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dameen dhuunfaa indaastirii bunaarratti yoo bobba’e bu’a qabeessa ta’a -MM Dr Abiy
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Dameen dhuunfaa oomishaalee gabbisuun indaastirii bunaarratti yoo bobba'e bu'a qabeessa ta'a jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
…
Afaaritti lammiilee bishaanin marfaman hojiin helikooftaraan baasuu xumurame
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Naannoo Afaaritti lammiilee bishaanin marfaman hojiin helikooftaraan baasuu xumurame.
Waajjirri Qindeessaa Ittisa Balaa fi Wabii Nyaataa…
Shakkamtoonni lama Baala sammuu namaa hadoochu kiiloo giraama 47 gara Finfinneetti fudhatanii galan…
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) –Shakkamtoonni lama Baala sammuu namaa hadoochu kiiloo giraama 47 gara Finfinneetti fudhatanii galan too’ataman.
Shakkamtoota lama Baala sammuu namaa…
Manni murtii namoota ajjechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan shakkamaanii too’atamanirratti poolisiin…
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Manni murtii namoota ajjechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan shakkamaanii too’atamanirratti poolisiin qorannoo dabalataa akka taasisuuf guyyaa 10 eeyyame.…
MM Dr Abiy Ahimad muudama addaddaa laatan
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama addaddaa laatan.
Haaluma kanaan;
- Dooktar Qana'aa Yaadataa; ministira Ministeera Raayyaa…
Lakkoofsi ergaa gabaabaa proojaktii biyyaaf deeggarsa taasisuu; 333 ifoome
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Lakkoofsi ergaa gabaabaa proojaktii biyyaaf deeggarsa taasisuu; 333 ifoome.
Sagantaan deeggarsaa kun dhalattoonni Ityoophiyaa, lammiilee fi…
Manneen kitaabotaatif gumaachi kitaabaa Hagayya 14,2012tti waamameera
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Manneen kitaabotaa 600 ol Oromiyaatti ijaarramaniif gumaachi kitaabaa Hagayya 14,2012tti waamameera.
Ganna bara 2012 manneen kitaabaa…
Abbaan Alangee fi Koomiishinichi olaantummaa seeraa ni kabachiisnan beeksisan
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa fi Koomiishiniin Poolisii Federaalaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf ni hojjenna jedhan.
Ibsa isaanitiinis…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,460 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbe
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,460 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ityoophiyaatti gabaasa…
Imala guddina magaalichaa ariifachuuf sirni galii fi baasii madaallawaa ta’uu qaba – Injiinar…
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Imala guddina magaalaa Finfinnee ariifachuuf sirni galii fi baasii madaallawaa ta’uu akka qabu itti aanaa Kaantibaan magaalichaa Injiinar Taakkalaa…