Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ibsa haala yeroo bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisuun ibsa laatera.
Ummanni fi mootummaan naannichaa dhimmoota naannoo fi…
Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa haala waqtaawaarratti mari’achuudhan kallattii…
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa haala waqtaawaarratti mari'achuudhan kallattii kaa'e.
Paartichi ibsa isaatin gufuulee…
Naannoo Beenishaanguul Guumzitti maddi anniisaa Birrii miiliyoona 25.9 oliin ijaarrame ebbifamuun…
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumzitti maddi anniisaa Birrii miiliyoona 25.9 oliin ijaarrame ebbifamuun tajaajila laachuu eegale.
Proojaktichi godina…
Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammadfaa irratti ragaalee qorannaan duraa dhageessisuuf beellama…
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammadfaa dabalatee shakkamtoota 8 irratti ragaalee qorannaan duraa dhageessisuuf beellama jijjiirramaa laate.
Manni…
Labsii ariifachiisaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’erratti qaawwi akka jiru ibsame
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Labsii ariifachiisaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ba'erratti qaawwi akka jiru ibsame.
Itti gaafatamaan Prees Sakreetaariyaatii Waajjira Muummee…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 224 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 224 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24…
Afaaritti namoonni balaa lolaatif saaxilaman, vaayrasii koroonaaf akka hin saaxilamne hojjetamaa…
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Naannoo Afaaritti namoonni balaa lolaatif saaxilaman, weerara vaayrasii koroonaaf akka hin saaxilamne hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qindeessaa Ittisa…
Tajaajilichi obbo Lidatuu Ayyaaleew Shugguxii hin hidhachiisne jedhe
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyoolessaa obbo Lidatuu Ayyaaleew Shugguxii hin hidhachiisne jedhe.
Shugguxiin obbo Lidatuun…
Manni Maree naannoo Hararii yaa’iisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii yaa'ii idilee 2ffaa, marsaa 5ffaa, bara 5ffaasaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa gabaasa raawwii baajata bara…
Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Waldaa Fannoo Diimaa Neezarlaandis waliin deeggarsa laatan
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Waldaa Fannoo Diimaa Neezarlaandis waliin ta'uudhan deeggarsa tilmaama Birrii miiliyoona 1.6 qabu laatan.…