Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Nageenyaa dhaabbilee waamamoo, caasaa nageenyaa naannolee fi bulchiinsota magaalaa…
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa dhaabbilee waamamoo, caasaa nageenyaa naannolee fi bulchiinsota magaalaa waliin mari'ate.
Marichi guyyootii 6f…
Ijaarsi madda anniisaa aduu Gaambeellaa %74rra ga’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ijaarsi madda anniisaa aduu Gaambeellaa %74rra ga'e.
Proojaktichi Doolaara Ameerikaa kuma dhibba 4 fi kuma 25 ijaarramaa jira.
…
Mariin biyyoota sadee dhimma Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Mariin dhimma Hidha Haaroomsa Guddichaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gidduutti gaggeeffamu guyyaa kaleessaa eegalameera.
Mariin sadee…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 982 Vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 982 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbuu Ministeerri…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 185 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 185 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Olancitiitti proojektiin koolleejjii BLTO Birrii miiliyoona 10.2 ijarramee eebbifame
Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Godina Shawaa bahaa aanaa Boosatitti Proojektiin koolleejjii BLTO magaalaa Olancitii ijarraama ture eebbifameera.
Proojektichi baajata mootummaa…
Sagantaan ‘maaddiin biyyaaf’ jedhu ifoome
Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Sagantaa ‘maaddiin biyyaaf’ jedhuun Ityoophiyaannonni, dhalattoonni Ityoophiyaa fi firoottan Ityoophiyaa yerootti Ashaaraa badhaadhina Ityoophiyaa…
Kolleejjiin poolisii Oromiyaa qodaaltota poolisii saayinsii ittisa yakkaa fi koominitii poolisingiin…
Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) –Kolleejjiin poolisii Oromiyaa qodaaltota poolisii saayinsii ittisa yakkaa fi koominitii poolisingiin yeroo jalqabaaf sadarkaa digirii fi dippiloomaan…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1652 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 17 darbeera
Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 1652 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 17 darbu Ministeerri…
Ijaarsi Hidha haaromsaa haqqummaa biyyoota yaa’insaa fi fayyadamummaa waliinii kan cimsu ta’uu obbo…
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Ijaarsi Hidha haaromsaa haqqummaa biyyoota yaa’insaa fi fayyadamummaa waliinii kan cimsu ta’uu Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaw ibsa.…