Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tatamsa’ina vaayrsii koroonaa ittisuuf odeeffannoowwan hubannoo hawaasaa gaabbisaanii fi…
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Tatamsa'ina vaayrsii koroonaa ittisuuf odeeffannoowwan hubannoo hawaasaa gaabbisaanii fi jijjirama amalaa fidan hojjachurratti hojiin kominikeeshini cimuu…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ministeera Maallaqaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ministeera Maallaqaa daawwatan.
Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Ministeera Maallaqaa taasisaniin sadarkaa…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 202 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 202 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Injiinar Taakkalaa uumaa miseensoota dhaabbilee idil addunyaa fi hawaasa diipilomaasii teessoo…
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa uumaa miseensoota dhaabbilee idil addunyaa fi hawaasa diipilomaasii teessoo isaanii Finfinnee godhatan waliin turtii taasisan.…
Warqeen giraama 23,000 too’annaa jala oole
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Warqeen giraama 23,000 too’annaa jala oole.
Warqeen giraama 23,000 gatii tilmaamaa Birrii miiliyoona 46 qabu, nama lammii Naayjeeriyaa qabuun…
Gaazexeessaa, Artiistii fi qorataan guddina Afaan Oromoo Ibraahiim Haji Aliin dhibamee hoospitaala…
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Gaazexeessaa, Artiistii fi qorataan guddina Afaan Oromoo Ibraahiim Haji Aliin dhibamee hoospitaala seene.
Ibraahiim Haji Aliin…
Bulchiinsi magaalichaa fi ministeerichi waliin hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan dhimmoota…
Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xiruunah durfamu Samaraa gale
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xiruunah durfamu Samaraa gale.
Preezdaantii mootummaa naannoo Amaaraa obbo…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1038 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 1038 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbu Ministeerri…
Magaalaa Dirree Daawaatti duullii sosochii ittisaa fi qorannoo Covid- 19 eegalame
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Magaalaa Dirree Daawaatti duulli sosochii ittisaa fi qorannoo vaayrasii koroonaa mata duree ‘sababa hin ta’u’ jedhuun eegalame.
Guyyaa har’aa…