Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 584 vaayrasii koroonaa yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeen namoonni dabalataa 584 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera.
Sa’aa 24…
Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Jawaar fudhatama dhabsiise
Finfinnee, Hagayya 6,2012 (FBC) – Manni Murtii sadarkaa jalqabaa federalaa dhadhacha ramaddii Araadaan gaaffii mirga wabii obbo Jawaar Maahaammad fudhatama dhabsiise.
Manni…
Namoonni yakka nageenya biyyaa miidharra buusuu fi icciitii mootummaa garee shoroorkaaf dabarsanii…
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Namoonni yakka nageenya biyyaa miidharra buusuu fi icciitii mootummaa garee shoroorkaaf dabarsanii laachuun shakkaman mana murtiitti dhiyaatan.…
Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkame Kabbaddaa gammachuu mana murtiitti dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkame Kabbaddaa gammachuu mana murtiitti dhiyaate.
Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkamee…
Leenjiin teeknooloojii barattoota qaroo dhabeeyyii kutaa 12ffaaf laatamaa jiru haala gaariin adeema…
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) –Leenjiin teeknooloojii barattoota qaroo dhabeeyyii kutaa 12ffaaf laatamaa jiru haala gaariin adeema jiraachuu ibsame.
Leenjiin teeknooloojii barattoota…
Namoota 90 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 90 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsameera.
Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darben…
Waldaaleen siivikii duudhaleen ummataa gaggaariin akka calaqqisaniif hojjechuu akka qaban MM Dr.…
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) –Waldaaleen siivikii duudhaleen ummataa gaggaariin akka calaqqisaniif hojjechuu akka qaban Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hubachiisan.
Muummeen…
Dhiyeessiin oomisha qonnaa akka hin mudanne mootummaan waldaalee hojii gamtaatif liqaa Birrii…
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Dhiyeessiin oomisha qonnaa akka hin mudanne mootummaan waldaalee hojii gamtaatif liqaa Birrii miiliyoona 800 mijeessuun ibsame.
Daayreektarri…
Oromiyaatti hojjettootaa fi caasaa godinaa, aanaa fi gandaa 1,700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun…
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Oromiyaatti rakkoo nageenyaa tibba darbe uumameen hojjettootaa fi caasaa godinaa, aanaa fi gandaa 1,700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun ibsame.…
Mariin sadee har’a gaggeeffamuuf ture torbee tokkoof dheerate
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Mariin sadee guutinsa bishaan Hidha Haaromsaarratti har’a gaggeeffamuuf tura gaaffii Sudaaniin torbee tokkoof dheerachuu himame.
Ministeerri…