Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 773 vaayrasii koroonaa yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeen namoonni dabalataa 773 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera.
Sa’aa 24…
Abbaan Alangaa Waliigalaa fi dhaabbileen waamamtootaa karoora waggaa 10 irratti mari’atan
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa fi dhaabbileen waamamtootaa karoora misoomaa waggaa 10 irratti mari’ataniiru.
Ityoophiyaan tarree biyyoota Afrikaa…
Finfinneetti shakkamtoonni ragaalee sobaa hojjechaa turan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Finfinneetti shakkamtoonni ragaalee sobaa hojjechaa turan to'ataman.
Shakkamtoonni kutaa bulchiinsa magaalaa Qiirqoos aanaa 4, manneen waliin…
Galmeessa meeshaalee waraanaa gaggeessuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Galmeessa meeshaalee waraanaa gaggeesuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Meeshaalee waraanaa seeraan alaa ittisuu fi to’achuuf jecha…
Paartichi cimee ba’uuf gamaaggama gaggeessuu ifoomse
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa laafinasaa sirreessuun cimee ba'uuf gamaaggama gadi fagoo gaggeessuu ifoomse.
Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa guyyoottan…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 64 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 64 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsameera.
Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darben…
Obbo Jawaar Mahaammadfaan abbaan seeraa nuuf yaa kaafamuun gaaffii dhiyeessan
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammadfaan abbaan seeraa nuuf yaa kaafamuun gaaffii dhiyeessan.
Galmee obbo Jawaar Mahaammadfaarratti Abbaan Alangee…
Mootummaan naannoo Somaalee jiraattoota naannoo Afaar balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Somaalee jiraattoota naannoo Afaar balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasise.
Akka Biiroon dhimmoota koomiiniikeeshinii…
Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii idilee 10ffaa bara hojii 5ffaa magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera.
Preezdaantiin naannoo Afaar obbo…
Hoggansi godina Walaayittaa rakkoo nageenyatiin shakkaman to’atamuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Hoggansi godina Walaayittaa rakkoo nageenyatiin shakkaman to'atamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Naannoo Kibbaa beeksise.
Biirichi akka…