Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti qabiyyeen lafaa seera qabeessa kumna 76 galmaa’uu fi mirkanaa’un ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti qabiyyeen lafaa seera qabeessa kuma 76 galmaa’uu fi mirkanaa’u Ejansiin odeeffannoo fi galmeessa qabiyyee lafaa fi…
Walga’iin humna waraana lafoo Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Walga'iin humna waraana lafoo Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga'iin kun si'a saddeettaffaaf kan gaggeeffamu yammuu ta'u, waltajjiisaa…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Waldaa Barsiisota Itoophiyaa fi Naannoo Oromiyaatiif beekkamtii kenne
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa Waldaa Barsiisota Itoophiyaa fi Naannoo Oromiyaatiif beekkamtii kenne.
Sirna beekkamtii kennuu kanarratti waldaaleen…
Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, olaantummaa seeraa mirkaaneessuu fi walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa cimsuurratti…
Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale.
Manni marichaa har'a Gurraandhala 10,2012 yaa’ii ariifachiisaa isaa…
Nageenyaa fi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hunduu ga’eesaa ba’achuu qaba-aadde Loomii…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeessaa jira.
Yaa'ichaan raawwii qaamolee rawwachiistuu itti aanaan preezdaantii…
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan.
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon…
Misooma investimantii naannoo Oromiyaa babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira
Finfinnee Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Misooma investimantii naannoo Oromiyaa babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Investimantii Oromiyaa beeksiseera.
Misooma…
Caffeen Oromiyaa yaa’ii idileesaa 11ffaa bara hojii 5ffaa Guraandhala 10 fi 11 taa’un…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Caffeen Oromiyaa yaa'ii idileesaa 11ffaa bara hojii 5ffaa Guraandhala 10 fi 11 taa'un dhimmoota garagaraatti ni mari’ata.
Dhimmi olaantummaa…
Manni maree ministeeroota walga’ii idileesa 79ffaan dhimmoota garagaraatti mari’achuun murtii…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Manni maree ministeeroota walga’ii idileesa 79ffaan dhimmoota garagaraatti mari’achuun murtii dabarseera
1. Manni marichi jalqabarratti wixinee…