Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Maallaqni biyyoota garagaraa kara seeraan ala osoo dabarfamaa jiru to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Maallaqni biyyoota garagaraa kara seeraan ala osoo dabarfama jiru to’atameera.
Doolaarri Ameerikaa kuma 17 fi 965, Paawundiin kuma 2 fi 520 fi…
Tarkaanfin sirreeffama dhaabbanni abba gaari ummataa dhiyaasu hojiirra oola hin jiru jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Dhaabbanni abba gaari ummataa Tarkaanfin sirreeffama si'a dhiyeessu bulchiinsa mootummaa gidduugalaa fi naannoo gadiitti argamaniin deebii ga’aa…
Aanaa Iluu Galaanitti Kontobaandiin Zayita Nyaataa abbaa litira 20 baay’inni isaa 520 to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Iluu Galaanitti Kontobaandiin Zayita Nyaataa abbaa litira 20 baay’inni isaa 520 qaama nageenya Aanichaan to’annoo jala…
Gamaaggamni balaa tiraafikaa hir’isu dandeessisu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC)- Sababa rakkoo nageenya daandiiwwaniif balaa tiraafika qaqqabuu hir’isu dandeessisu gamaaggamni gaggeefama jiraachu Ministeerri Geejjibaa beeksise.…
Hojiirra oolmaa labsii bulchiinsaa fi to’annoo meeshaa waraanarratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Hojiirra oolmaa labsii bulchiinsaa fi to’annoo meeshaa waraanarratti mariin gaggeeffame.
Qopheessummaa ministeera nageenyaan gaggeeffama kan jiru…
Boordichi galmee filattootaaf kan oolu bittaa meeshalee garagaraa xumuruu ibse
Finfinnee Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Boordii filannoo biyyooleessaa Ityoophiyaa galmee filattootaaf kan oolu bittaa maxxansaa fi meeshalee garaagaraa xumuruu beeksiseera.
Boordichi…
Mariin ijaarsa hidha haaromsa ilaalchisuun guyyaa har’aa waajjira muummee ministiratti gaggeeffama…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Ijaarsa hidha haaromsa ilaalchisuun guyyaa har’aa waajjira muummee ministiratti gaggeeffama jira.
Marichi bakka muummeen ministira Dooktar Abiy…
Waltajjiin marii faayidaa fi ga’ee mariin qaburratti xiyyeeffatu gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii faayidaa fi ga’ee mariin qaburratti xiyyeeffatu gaggeeffame.
Waltajjin hoteela hiltanitti mata duree ”rakkinoota keenya mariidhaan…
MM Dr. Abiy lammiile Ityoophiyaa mirgi isaanii dhiibamee 135 waliin gara biyyaatti deebi’an
Finfinee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad daawwanna Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitti taasisaa turan xumuruun lammiile Ityoophiyaa mirgi isaanii…
Muummeen Ministira Dooktar AbiyAhimad mootii Emmireetota Arabaa Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootii Emmireetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahammad Biin Al Nahan waliin mari'ataniiru.
Anga’oonni…