Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni Musliimaa dhimmoota biyyaarratti gahee isaanii bahachuu qabu-Mana Marichaa
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Hawaasni Musliimaa, dhimmoota biyyaa gama siyaas-diinagdee fi hawaasummaan gahee isaanii bahachuu akka qaban Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa…
Interpiraayizoota oomishaan lammiilee kuma 60 fi 320’f carraan hojii uumamuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Interpiraayizoota oomishaan lammiilee kuma 60 fi 320’f carraan hojii uumamuu Misoomni Interpiraayizii Itiyoophiyaa beeksise.
Hoji Raawwachiisaan…
Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Antooniyoo…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf dhufaniif Simannaa Addaa…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf dhufaniif Simannaa Addaa taasisaa jiraachuu Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii…
Waltajjiin Hundeeffama Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo-Jibuutii xumurame
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Waltajjiin Hundeeffama Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo-Jibuutii gaggeeffamaa ture xumurameera.
Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii…
Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamte
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamuu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
Walga’ii idilee 46ffaa Mana…
Dooktar Geediyoon gita isaanii Moorookoo fi Tuuniziyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon ximootiwoos Ministira Alaa Moorookoo Nasir Boriitaa fi Ministira Alaa Tuuniziyaa Mohaammad Alii…
Ministiroonni Dhimma Alaa Taanzaaniyaa, Morokoo, Zimbaabuwee, Ijipti Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Ministiroonni Dhimma Alaa Taanzaaniyaa, Morookoo, Zimbaabuwee, Ijipti Finfinnee galaniiru.
Ministiroonni kunneen walga’ii idilee 46ffaa Mana Maree…
Qaamolee Eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Qaamolee eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo…
Qormaatilee Idil Addunyaa dandamachuuf tokkummaan Afrikummaa cimsuu qabna-Dooktar Geediyoon…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Qormaatilee Idil Addunyaa damee hedduu mudataa jiran dandamachuuf tokkummaa Afrikummaa cimsinee itti fufsiisuu qabna jechuun Ministirri Ministeera…