Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaa waliigahiinsa elektirikiin lammiileen miiliyoonni 10 ol fayyadamoo ta’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Sagantaa waliingahiinsa elektirikii biyyaalessaan lammiileen miiliyoonni 10 ol fayyadamtoota humna elektirikii ta'uu Ministeerri Bishaaniifi Inarjii…
Ajajichi injifannoowwanii fi milkaa’inaalee galmaa’aan ummata waliin kabajaa jira
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Raayyaa ittisa Biyyaatti Ajaji Bahaa waggoottan 47’n darban injifannoowwanii fi milkaa’inaalee galmaa’an ummata waliin kabajaa jiraachuu beeksise.…
Shakkamtoonni qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii cabsan namoonni 6 Mana Murtiitti…
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni tibbana qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii Itiyoophiyaa cabsan namoonni 6 Mana Murtiitti dhiyaataniiru.
Shakkamtoonni kunneen…
Guyyoota 10 keessatti barattoota harka qalleeyyii miiliyoona 2.6’f deeggarsa meeshaalee…
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Guyyoota 10 keessatti barattoota harka qalleeyyii miiliyoona 2.6'f deeggarsa meeshaalee barnoota walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Dhimma…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dameewwan jahaan badhaasaaf kaadhimame
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaan dameewwan imala idil Addunyaa jahaan badhaasaaf kaadhimamuu ibsameera.
Kana hordofee mallattoo Itiyoophiyaa fi Ardii…
Kaaba Goondaritti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 23 darbe
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Kaaba Goondaritti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 23 darbuu ibsame.
Namoota 8 irra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu…
Zayitni Liitirri miiliyoonni 50 Jibuutirra gara Biyyaatti geejjibsifamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Zayitni nyaataa Liitirri miiliyoonni 50 Jibuutirra gara Itiyoophiyaatti geejjibsifamaa jiraachuun ibsame.
Mootummaan qalaa’insa jireenyaa foyyeessuu fi…
Yaa’iin Barnootaa sadarkaa magaalaa 31ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) –Yaa’iin Barnootaa Sadarkaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee 31ffaan gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Yaa’iichi mata duree "Tattaaffiin Olaanaa Qulqullina…
Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Mana Maree Hidha Haroomsaa Guddicha Naannoo Oromiyaa biqiltuu…
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Mana Maree Hidha Haroomsaa Guddicha Naannoo Oromiyaa biqiltuu dhaabaniiru.
Daayreektara Olaanaa Waajjira Mana…
Guyyaan hundeeffama Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa waggaa 1ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Naannoo Kibba Itiyoophiyaa waggaa 1ffaan Magaalaa Walaayittaa Sooddootti kabajamaa jira.
Naannicha waggaa har’aa Naannoo…