Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hogganaan Telegiraam Faransaayitti to’atame
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)-Hogganaan miidiyaa hawaasummaa Telegiraam Paaveel Duuroov Faransaayitti to’annoo jala oolfamuun gabaafame.
Miidiyaalee Fayansaay wabeeffachuun…
Namoota qajeelfama aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegalame
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Namoota qajeelfamaa fi hojmaata aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegaluu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Tibbana Imala…
Hojiin misooma Koriidarii guddina waaraa fi walitti hidhamiinsa magaalotaa kan guddisuudha –…
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Hojiin misooma Koriidarii hojjetamaa jiru guddina waaraa fi walitti hidhamiinsa magaalotaa kan cimsu ta'uu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uraalee…
Jilli Obbo Addisuu Araggaan durfamu Aanaa Boosatitti misooma Atoo Boonsituu fi Boloqqee daawwate
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qindeessaa kilaastera baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Godina Shawaa Bahaa…
Yuuniyeenota qonnaan bultootaa afuriif Tiraaktaroonni dabarfaman
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Yuuniyeenota Qonnaan bultoota Hojii gamtaan gurmaa'uun maallaqa qusachaa turaniif tiraaktaroonni misooma qonnaaf oolan 20 Birrii miiliyoona 200 oliin…
Gamoon Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Lixaa eebbifame
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Birrii miiliyoona 151 oliin kan ijaarame Gamoon Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Lixaa eebbifameera.
Gamoon eebbifame keniinsa tajaajila…
Karriwwan Hidha Haaromsaa sekondii tokkotti Bishaan Meetir Kiyuubii kuma 2 fi 800 dabalataan…
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Yaa'insi Lagichaa osoo hin gufatin karrawwan Hidha Haaromsaan sekondii tokkotti Bishaan Meetir Kiyuubii kuma 2 fi 800 dabalataan dhangalaasuu eegaluu…
Dooktar Abiy Ahimad tarbaayinoota 3ffaa fi 4ffaa Hidha Haaromsaa hojii eegalchiisan
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Tarbaayinoota 3ffaa fi 4ffaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hojii eegalchiisuu isaanii Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Goondar Kaabaatti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota10 darbe
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Godina Goondar Kaabaa Aanaa Xalamitiitti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota10 darbuu ibsame.
Namoota 8 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaan…
Lammiileen hundi Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa akka qaroo ija isaatti eeguu akka qabu ibsame
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Lammiileen hundi dhaabbata guddaa biyyaatti kan ta’ee Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa akka qaroo ijatti eeguu akka qaban ibsameera.
Daandiin…