Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee kuma 40 oliif carraa hojii uumuuf waliigalteen dandeessisu mallatteeffame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Hojii fi Ogummaa lammiilee kuma 40 oliif carraa hojii uumuuf Tajaajila Istaatistiksii Itiyoophiyaa waliin waliigalteen mallatteesse.…
Naannoon Somaalee lammiilee balaa ibiddaa Dirree Dhawaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Naannoon Somaalee lammiilee balaa ibiddaa Dirree Dhawaa Giddugala Gabaa Ashawaatti dhiyeenya mudateen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise.…
Tajaajila Lammummaa, Misooma Waloof
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Adeemsa jijjiiramaa hundagaleessa qabanne keessatti, qormaatilee alaafi keessaa, namtolcheefi umamaa numudataa turan dandamachuun injifannoowwan…
Baajanni bara 2017 Naannoo Hararii Birrii Biiliyoona 5.2 ol ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Manni Maree Naannoo Hararii baajata naannochaa bara 2017 Birrii Biiliyoona 5.2 ol raggaasise.
Manni marichaa Yaa'ii Idilee 6ffaa bara hojii 3ffaa…
Ministeerri Rayyaa Ittisaa lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Rayyaa Ittisaa Godina Goofaatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif meeshaalee fi nyaataa Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu deeggarsa…
Dameen Geejjibaa fi Loojistiksii sochii diinagdee biyyaalessaaf gahee olaanaa bahachaa jira-Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Dameen Geejjibaa fi Loojistiksii sochii diinagdee biyyaalessaaf gahee olaanaa bahachaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar…
Yaa’iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Yaa'iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffame.
Yaa'icharratti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhaamaan,…
Dooktar Abiy Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggaman
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggamaniiru.
Piroojektiin madda…
Pireezidaantiin Chaayinaa lammiilee Itiyoophiyaa balaa sigiga lafaa muudateen lubbuu isaanii…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lammiilee Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu isaanii dhabaniif gaddi itti…
Balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 232 darbuu mirkanaa’e – Obbo Xilahuun…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 232 darbuu mirkanaa'uu Mootummaan naannoo Kibba Itiyoophiyaa beeksise.
Balichaan hanga…