Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kontirobaandii albuudaa ittisuuf hojmaanni qindaa’aan eegalame cimee akka itti fufu eerame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Omisha Albuudaa ammayyeessuun cinaatti kontirobaandii albuudaa ittisuuf hojmaanni qindaa'aan eegalame daran cimee akka itti fufu Ministirri Ministeera…
Lammiileen miiliyoona 72 fayyadamtoota bishaan dhugaatii taasisuun danda’ameera-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Sadarkaa Biyyaalessaatti lammiileen miiliyoona 72 fayyadamtoota bishaan dhugaatii taasisuun akka danda'ame Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii…
Hariiroo Mootummaa fi Mootummaa akkasumas Paartii fi Paartii Itiyoophiyaa fi Raashiyaa cimee itti…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Hariiroo Mootummaa fi Mootummaa akkasumas Paartii fi Paartii Itiyoophiyaa fi Raashiyaa cimee itti fufa jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Ittaanaatti Itti…
Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Guddinaa Tumsaa Naqamtee hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Guddinaa Tumsaa Naqamteetti balalii eegaleera.
Sirna balalii fi tajaajila…
Ayyaanni Iid-Al Adahaa 1445ffaan duudhaa amantichaa haala eeggateen miidhaginaan xumurameera-Humna…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Ayyaanni Iid-Al Adahaa (Arafaa) 1445ffaan haal duudhaa amantichaan eeggateen fi miidhaginaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya…
Naannawaaleen Gammoojjii dandeettii misooma jallisii qaban faayidaarra oolchuuf xiyyeeffannaan…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Naannawaaleen Gammoojjii dandeettiin misooma jallisii qaban faayidaarra oolchuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Jallisii fi…
Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu Raashiyaa Vilaadivoostook gale
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Jilli Olaanaan Sadarkaa Ministeera Muummee Ittaanaatti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Ittaanaan…
Obbo Geetachoo Raddaa fi Awwal Aarbaan ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetachoo Raddaa fi Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Ayyaana Iid Al Adahaa waggaa…
Obbo Dastaa Leeddamoo fi Xilahuun Kabbaddaan ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo fi kan naannoo Kibba Itiyoophiyaa Xilahuun Kabbaddaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa…
Obbo Fiqaaduu Tasammaan ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Faqaaduu Tasamnaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga…