Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Aadde…
Pir. Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin naannoo…
Dooktar Abiy Ayyanaa Iid Al Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyanaa Iid Al Adahaa waggaa1445ffaa sababeeffachuunn ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Iid Al…
Baatiiwwan 10’n darban Itiyoophiyaan Guddinaa dinaagdee Gooroo itti fufiinsaan galmeessite -TKM
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Baatiiwwan kurnan darban Itiyoophiyaan guddina dinaagdee Gooroo cimaa biyyaa ijaaruuf dandeessisu kan itti mirkaneessite ta’uu Tajaajilli…
Yuunivarsiitichi ogeeyyii ogummaa adda addaan leenjisaa ture 787 eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Giruuppii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaatti Yuunivarsiitiin Aviiyeshinii ogeeyyii ogummaa adda addaan leenjisaa ture 787 eebbisiiseera.…
Balaa Tiraafikaa ittisuuf qindoominaan hojjechuun jijjiirama fiduun barbaachisaadha-Dooktar Alamuu…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Balaa Tiraafikaa ittisuuf qindoominaan hojjechuun jijjiirama fiduun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjiba fi Loojistiksii…
Ayyaanni Iid Al Adahaa Arafaan waayita kabajamu namoota rakkatan gargaaruun ta’uu qaba – Mana…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waayita kabajan akkaataa barsiifata amantichaan kan qaban waliif qooduun kabajuu akka qaban…
Raawwiin misooma Boqoolloo %95 irra gaheera-Pir. Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Raawwiin misoomaa Boqoolloo akka naannootti %95 irraa qaqqabuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 149 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Guyyaa har’aa balalii marsaa sadiin gaggeeffameen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa lammiilee turan kuma 1 fi 149 gara Itiyoophiyaatti…