Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Milkaa’ina damee qonnaa itti fufsiisuuf fooyyeessi faayinaansii taasifameera-Ministeericha
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)-Damee qonnaan jijjiirama olaanaa galmaa’e itti fufsiisuuf dhiyeessii faayinaansiirratti fooyyessi taasifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Gufuulee…
Faransaay hirmaannaa Itiyoophiyaan nageenya Idil Addunyaa kabachiisuu keessatti qabdu dinqisiifatte
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)-Faransaay hirmaannaa Itiyoophiyaan nageenya Idil Addunyaa kabachiisuu keessatti qabdu dinqisiifatte.
Gareen jilaa Daayrektarri Olaanaa Nageenyaa fi…
Aadde Adaanech hoggantoota paartilee siyaasaa miseensoota mana maree waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hoggantoota paartilee siyaasaa miseensoota mana maree magaalattii waliin mari’ataniiru.…
Qonna Arfaasaan callaan kuntaalli miiliyoona 28 ni eegama-BQO
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Qonna Arfaasaan lafa hektaara miiliyoona 1.5 misoomerraa callaan kuntaalli miiliyoona 28 kan eegamu ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Godina…
Manni Maree Ministirootaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 35ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarseera.
1.Wixnee…
Dameen Tuurizimii gumaacha diinagdeef taasisu guddisuuf hojiileen hojjetaman bu’aan galmeessaa…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Bakkeewwan hawataa Tuurizimii biyyattii maddaa qabeenyaa akka ta’aniif hojiilee hojjetamaa jiraniin bu’aaleen galmaa’u Ministirri Ministeera Tuurizimii…
Miidha daa’immanii ittisuuf sirni qabiinsa odeeffannoo daa’immanii hojiirra ooleera-Dooktar Ergoggee…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Miidhaa daa’immanii ittisuuf sirni qabiinsa odeeffannoo daa’immanii hojiirra ooleera jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Milkaa’ina misoomaa fi guddina galmaa’eetti bu’uureffachuun daran hojjechuun barbachisaadha-Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)-Milkaa’inaa misoomaa fi guddina galmaa’eef bu’uureffachuun daran hojjechuun barbachisaa ta’u Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan.…
Sagantaan Badhaasa Artiist Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan Waxabajjii 22, 2016 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Sagantaan Badhaasa Artiist Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan Waxabajjii 22, 2016 kan gaggeeffamu ta’uu Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa ibse.
Badhaasni…
Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’e…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’uu Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan…