Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abrahaam Balaay hoggantoota Olaanoo dhaabbata Nyaataa fi qonna Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaayi fi Ministir Deetaan Ministeericha Dooktar Birhaanuu Leenjisoon jila…
Jilli Pireezidanti Shimallisiin durfamu giddugala agarsiisa Itiyoo teeleekoom daawwate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni olaanoon naannichaa giddugala agarsiisaa tiyoo Teeleekoom Yaadannoo…
Daandiin Addabaabayii Masqalaa gara Boolee geessu sababa misooma koriidariin gariin cufaa ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Daandiin Addabaabayii Masqalaa gaaa Boolee geessu sababa misooma koriidariin gariin cufaa ta’u Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Dubbisuun hawaasa tasgabbaa’e, kan qalbiin yaaduufi olaantummaa yaadaatti amanu ijaaruuf…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Dubbisuun hawaasa tasgabbaa'e, kan qalbiin yaaduufi olaantummaa yaadaatti amanu ijaaruuf murteessaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad…
MM Dooktar Abiy Ahimadii simannaa Pireezidaanti Yuun Suuk Yii’ool taasiisaniif galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Simannaa hoo'aa Pireezidaanti Yuun Suuk Yii'ool taasiisaniif galateeffataniiru
Yeroo itti aanu Hariiroon biyyoota…
MM Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaadannoo Duultoota Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaadannoo Duultoota Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaatti argamu…
Konfiraansiin dargaggootaa gandoota Oromiyaa hunda keessatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) –Qindeessummaa Biiroo dargaggoo fi Ispoortii Oromiiyaan Konfiraansiin gandoota Oromiyaa hunda keessatti gaggeeffamaa jira.
Konfiraansichi mata duree…
Pireezidaanti Shimallis bakka buutoota Paartilee siyaasaa Naannoo Oromiyaa keessa socho’an…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan bakka buutoota paartilee siyaasaa naannicha keessa socho'an waliin dhimmoota waaqtawaa…
Maallaqa Baankii Daldala Itiyoophiyaa seeraan ala bahe keessaa % 98.9 deebi’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Maallaqa Baankii Daldala Itiyoophiyaa Bitootessa 7, 2016 rakkoo siistamaa mudate hordofee seeraan ala bahe keessaa % 98.9 deebi'uu baankichi ibseera.…
Ijaarsi Piroojektii Daandii Aspaaltii Naqamtee – Buree irra deebiin eegalame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Ijaarsi Piroojektii Daandii Aspaaltii Naqamtee - Buree irra deebiin eegalameera.
Hojii daandichaa yeroo gabaabaa keessatti xumuruun tajaajila ummataaf…