Browsing Category
Idil Addunyaa
Turkiyyee, Sa’ud Arabiyaafi Paakistaan waliigaltee waraanaa mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Turkiyyee, Sa’ud Arabiyaafi Paakistaan waliigaltee waraanaa gamsadee mallatteessaniiru.
Waliigaltee Makkaa jedhamuun kan mogga’e waliigaltee tumsa…
Faransaay fi Ispeenitti sababa balaa ibidda bosonaan namoonni kumni 200 ol qe’eerraa buqqa’an
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Faransaay fi Ispeenitti sababa balaa ibidda bosonaan namoonni kumni 200 fi kumni 20 ol qe’ee isaaniirraa buqqa’aniiru.
Faransaayitti jiraattonni…
Ameerikaan xiyyaara waraanaa B-1 fayyadamuun Iraan haleelte
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Ameerikaan yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa fageenya dheeraa imaluu danda'u kan B-1 jedhamu fayyadamuun Iraan irratti haleellaa raawwachuu ishee…
Tattaaffiiwwan dipilomaasii naannoo Galaana Diimaatti gaggeeffaman nan deeggara- Gamtaa Afrikaa
Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Gamtaan Afrikaa nageenyaa fi tasgabbii waaraa naannoo Galaana Diimaatti mirkaneessuuf tattaaffiiwwan dippiloomaasii gaggeeffaman guutummaatti ni…
Walwaraansa Sudaaniif furmaata Afrikaa barbaaduuf hojjechaan jira – IGAD
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Walwaraansa Sudaaniif furmaata Afrikaa barbaaduuf hojjechaan jira jedhe Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa.
Rakkoo biyyattii waaraan furuuf…
Ameerikaan Iraan irratti haleellaa cimaa raawwatte- Doonaald Tiraamp
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Ameerikaan kaleessa galgala Iraan irratti haleellaa cimaa raawwachuu dubbatan.
Tarkaanfiin Iraan irratti…
Ameerikaan halkan 6ffaaf Iraan irratti haleellaa olaanaa raawwatte
Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Walitti bu’iinsi Ameerikaa fi Iraan irra deebiin eegalame hammaatee itti fufeera.
Kanaanis Ameerikaan halkan 6ffaaf Iraanirratti haleellaa cimaa…
Gaaffiin Afrikaan Mana Maree Nageenyaatti teessoo argachuuf kaastu haqa qabeessa –…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Gaaffiin Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanitti teessoo argachuuf kaastu haqa qabeessa jedhan Pireezidaantiin Azarbaajaan Ilihaam…
Ameerikaan halkan tokkotti bakkeewwan Iraan hedduu haleelte
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Iraan ulaa Hormuz keessatti dooniiwwan daldalaa darbaa turan haleelteetti jechuun, Ameerikaan halkan tokkotti qiyyaafannoowwan waraana Iraan hedduu…
Ameerikaan Iraan irratti haleellaa marsaa sadaffaa raawwatte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)-Ameerikaan halkan edaa Iraan irratti haleellaa marsaa sadaffaa wayita raawwattu Iraan tarkaanfii deebii kennuu buufataalee Waraanaa Ameerikaa naannawichatti…