Browsing Category
Idil Addunyaa
Ministirri Muummee Hindii waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu jiruuf jaarsummaa taa’uuf Kiiyev…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu jiruuf jaarsummaa taa’uuf Kiiyev galaniiru.
Naareendiraa Moodiin…
Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaan argame
Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Daayimadiin guddinaan Addunyaarraa 2ffaa ta’e Bootsiwaanaatti argamuun dhaga’ame.
Daayimandiin addunyaarraa guddinaan 1ffaa ta’e bara 1905 Afrikaa…
Yuukreen jiraattoonni magaalaa Pookrooviskii magaalicha gadi lakkisaanii akka bahan ajejje
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Raashiyaan tarkaanfii duub deebii fudhachaa jirtuun Magaalaa Pookrooviskiitti imalaa jiraachuu hordofee Yuukreen jiraattoonni magaalicha gadi lakkisaanii…
Moozaambiik Buufataa Naakaalaan Malaawiitti kireessite
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Moozaambiik Buufataa Naakaalaan Kaaba Biyyattiitti argamu, buufata doonii kan hinqabne Malaawwiitti kireesuuf waliigatee malleessuun gabaafame.…
Yuukreen riqicha tarsiimoo Raashiyaa barbadeessite
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC) – Yuukreen imala gara Raashiyaatti taasiiftu itti fufuun riqicha tarsiimoo Raashiyaa 2ffaa barbadeessuu beeksifte.
waraanni Yuukreen Riqicha Laga Seeyim…
Yuukireen giddugala Niwukilaaraa yoo haleelte deebii hammaataan akka eeggatuun Raashiyaan…
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Yuukireen Giddugala Maddaa Humna Niwukilaaraa Kuursiik yoo haleelte deebii haaloo bahiinsaa hammaataan akka eeggatuun Ministeerri Ittisaa Raashiyaan…
Yuukreen bulchiinsa Kursikitti injifannoo galmeessuu beeksiifte
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) - Waraanni Yuukreen bulchiinsa Kursikitti injifannoo galmeessuu Ajejaan Waraana biyyattii Oleeksaandir Siirsik ibsan.
Kiiyev Hagayya 6, 2024 eegaltee…
Giddugalaa fi Lixa Afrikaatti balaa lolaan lammiileen kumni 700 ol rakkoof saaxilamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Giddugalaa fi Lixa Afrikaatti balaa lolaa mudachaa jiruun lammiileen kumni 700 ol rakkoof saaxilamuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Waajjirri…
Waraanni Yuukreen Raashiyaa seenaa jiraachuu Pireezidaanti Vooloodmiir Zeelaniskiin ibsan
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Waraanni Yuukreen daangaa Raashiyaa seenaa jiraachuu Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zeelaniskiin ibsan.
Loltoonni Yuukreen Lixa Raashiyaa Daangaa…
Ameerikaan biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadiif deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 536 ifoomsite
Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC) – Ameerikaan biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadiif deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 536 ifoomsuu ibsame.
Biyyoota kanneenitti Barreessituu Olaantuun…