Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Cheelsii fi Maanchisteer Yuunaayitiid…

Finfinnee, Ebla 10, 2018 (FMC) – Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 33ffaan, taphni har'a Cheelsiin Maanchisteer Yuunaayitiid waliin taphatu akkaan eegama. Gareen lameen hirmaannaa Shaampiyoonsii Liigii argachuuf imala taasisan cimsachuuf morkiin geggeessan xiyyeeffannoo argateera. Cheelsiin liigichaan taphoota sadii walitti aansuun…
Read More...

Adaamaa 0 – 1 Itiyoo Elektiriikii

Finfinnee, Eebla 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan har’a taphatameen Itiyoo Elektiriik Adaamaa injifate. Tapha hara’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti  …

Liiverpuul vs PSG…

Finfinnee, Eebla 6, 2018(FMC) – Taphoota nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni deebii lama ni taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee taphni Liiverpuul PSG keessummeessuu akkaan eegama. Tapha marsaa…