Ispoortii
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa irratti hirmaatu Akraa gale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa irratti hirmaatu Gaanaa magaalaa Akraa galeera.
Dorgommiin kun Caamsaa 4-9, 2018’tti gaggeeffama.
Itiyoophiyaan seenaa hirmaannaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan meedaaliyaa warqee 52, meetii 59 fi Nahaasa 64 waliigala…
Read More...
Magaalaa Shaggar 1- 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 31ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaa galchii 1 fi 0’n injifateera.
Tapha Sa’aatii 7:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen galchii…
Haalli Qilleensaa Waancaa Addunyaa 2026f Qormaata Akka Ta’u Himame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Gaggeeffamuuf yeroo gabaabaan kan hafe dorgommii Waancaa Addunyaa 2026 haala qilleensaa rakkisaa ta’een qormaatni mudachuu akka danda’u eerame.
Biyyoota dorgommicha keessummeessan Ameerikaa, Kanaadaa fi…
Weestihaam Yunaayitid vs Arsenaal
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan dursaan liigichaa Arsenaal dirree isaan alatti taphni galgala sa'aatii 12:30 irratti Weestihaam Yunaayitid waliin taphatu baay'ee eegamaa jira.…
Maanchiister Siitii 3 – 0 Bireentifoord
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitii Bireentifoord injifachuun morkii waancaa cimsate.
Siitiin galchii 3 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun garaagarummaa Arsenaal waliin qabu gara 2tti dhiphifateera.
Jeremii Dookuu,…
Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame.
Cheelsiin hirmaannaa waltajjii Awurooppaa argachuuf falmii cimaa taasisaan…
Morkii Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu ni eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegalee falmiin kilaboota laman gidduutti godhamu xiyyeeffannoo…