Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Magaalaa Shaggar 1- 0 Buna Sidaamaa

Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 31ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaa galchii 1 fi 0’n injifateera. Tapha Sa’aatii 7:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen galchii Biiniyaam Fiqruu galcheen Magaalaan Shaggar 1 fi 0’n injifachuu danda’eera. #Oromia #Ethiopia
Read More...

Weestihaam Yunaayitid vs Arsenaal

Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan dursaan liigichaa Arsenaal dirree isaan alatti taphni galgala sa'aatii 12:30 irratti Weestihaam Yunaayitid waliin taphatu baay'ee eegamaa jira.…

Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii

Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame. Cheelsiin hirmaannaa waltajjii Awurooppaa argachuuf falmii cimaa taasisaan…