Ispoortii
Falmii murteessaa shaampiyoonummaaf taasifamu…
Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaan morkiin Arsenaal Fuulhaam waliin taasisu ni eegame.
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree boodaa sa’aatii 11:00 eegalee taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’u, Bireentifoordi – Weest Haam, Niwuukaasiin – Biraayitan, akkasuma Wolviis…
Read More...
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 29ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu.
Guyyaa sa’aatii 8:00 eegalee morkiin Qidduus Giyoorgiis Istaadiyeemii Finfinneetti Buna Sidaamaa…
Nageellee Arsii 0 – 0 Faasiil
Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 29ffaan har’a taphatameen Nageellee Arsiin Faasiil waliin qixa bahe.
Taphni sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 29ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee Hadiyyaa Hoosa’iinaan Istaadiyeemii Finfinneetti Maqalee 70 Indartaa…
Atileetikoo Maadriid 1 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa Shampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal Atileetikoo Maadriid waliin qixa bahe.
Tapha marsaa jalqabaa har'a taphatameen Arsenaal Atileetikoo Maadriid galchii tokko qixa baheera.…
Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dhawaa qixa bahan
Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 29ffaan Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dhawaa galchii 1 fi 1’n qixa bahaniiru.
Tapha Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Tekinooloojii Adaamaatti…
Atleetiko Maadrid fi Arsenaal – Tapha Guddaa Eegamu
Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC)- Taphni walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa galgala har’aa itti fufee gaggeeffama.
Sa’aatii 4:00 irratti Atleetiko Maadrid istaadiyeemii Riyaad Eer Meetiroopolitaanitti kilaba Ingilaand…