Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

PSG 5 – 4 Baayerni Muunik

Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan PSGn Baayerni Muunik injifateera. Tapha diraamaa guddaan irratti mul'ate kanaan PSGn galchii 5 fi 4'N Baayerni Muunik injifateera. Kivaaraaskeeliyaa fi Dembeeleen galchiiwwan lama lama, akkasuma Neeveesh galchii tokko PSG'f yoo lakkoofsisan,…
Read More...