Oduu biyya keessaa Qophii xumuruu buufataalee filannoo Magaalaa Adaamaa… Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Buufataaleen Filannoo Magaalaa Adaamaatti argaman qophii filannoo xumuraniiru. Akka magaalichaatti naannoleen filannoo 3 fi buufataaleen filannoo 296…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaa fi IGAD adeemsa diimokiraasii Itiyoophiyaa akka deggeran mirkaneessan Yonatan Birhanu May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) - Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa(IGAD) adeemsa diimokiraasii Itiyoophiyaa akka deggeran mirkaneessaniiru. Dursaa garee…
Oduu biyya keessaa Jilli Taajjabdootaa IGAD magaalaa Jimmaatti qophii filannoon duraa daawwate Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) - Jilli Taajjabdootaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa(IGAD) naannoo filannoo magaalaa Jimmaatti argamuun adeemsawwan qophii filannoon duraa…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Dhaabbilee Hawaasa Siiviilii taajjabdoota kuma 4 fi 97 ol filannoof… Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Gamtaan Dhaabbilee Hawaasa Siivilii Itiyoophiyaa taajjabdoota kuma 4 fi 97 filannoo waliigalaa 7ffaaf naannolee hundarratti bobbaasuuf qophii xumure…
Oduu biyya keessaa Filannoo Waliigalaa 7ffaa irratti hirmaachuuf qophii xumurre – Jiraattoota Aanaa Shabee Somboo Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaa irratti hirmaachuuf qophii xumurre jedhan jiraattootni Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo. Qaama nu gaggeessuu danda'u kaardii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirredhawaatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru Yonatan Birhanu May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018(FMC) – Magaalaa Dirredhawaatti meeshaaleen filannoo buufataalee filannootti raabsamaa jiru. Kenniinsa sagalee Filannoo waliigalaa 7ffaa boru geggeeffamuuf…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Afrikaa diimokiraasii cichoomsuu walirraa barachuu qabu – Uhuuruu Keeniyaataa Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Biyyoonni Afrikaa filannoon diimokiraasii cichoomsuu walirraa barachuu qabu jedhan Pireezidaantiin duraanii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa Uhuuruu…
Oduu biyya keessaa Kaardii fudhanneen sagalee kennuun hirmaannaa keenya mirkaneessina – Dargaggoota Magaalaa Dirre… Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Kaardii fudhanneen sagalee kennuun hirmaannaa keenya mirkaneessina jedhan Dargaggootni Magaalaa Dirre Dhawaa. Filannoo waliigalaa 7ffaaf kaardii…
Oduu biyya keessaa Filannoo waliigalaa 7ffaa lammiileen miiliyoonni 54 ol filachuuf galmaa’an… Sifen Megersa May 31, 2026 0 Paartileen Siyaasaa 42, Kaadhimamtoonni kumni 10 fi 438 ol fi dorgomtoonni dhuunfaa 80, seera filannoo fi duudhaa siyaasaa kabajuun dorgommiif dhiyaachuun sagaalee ummataa eeggachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Boru guyyaa filannooti. Sifen Megersa May 31, 2026 0 Isinis sagalee keessan kennuuf ni deemtu. Haa ta’uutii wayita sagalee laachuuf gara buufataalee filannoo deemtaan wantoonni gara buufataalee filannoon akka hin seenne dhorkaman jiru.…