Ispoortii Nagallee Arsii Magaalaa Dirre Dhawaa injifate Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Nagallee Arsiin Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 3 fi 0 injifate. Tapha biroon sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan…
Teeknooloojii Dhaloota boru arguu danda’u horachuuf tekinooloojiin murteessaa dha– Obbo Adimaasuu Daamxoo Yonatan Birhanu Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Dhaloota boru arguu danda’u horachuuf tekinooloojiin murteessaa dha jedhan hoji-raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin Obbo Adimaasuu…
Oduu biyya keessaa Dhimma ulaa galaanaa irratti hundi waloon dhaabbachuun barbaachisaadha- Dooktar Geediyoon… Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Dhimma ulaa galaanaa irratti hundi waloon dhaabbachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiise Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Giddugalli Aadaa Oromoo amaataroota ogummaa garaagaraan marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Hogganaa itti aanaan Biiroo Aadaafi Tuuriziimii…
Oduu biyya keessaa Giddugaloonni baadiyyaa pilaaniin ijaaraman misooma waaraa magaalaaf utubaadha- Aadde Caaltuu… Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Giddugaloonni baadiyyaa pilaaniin ijaaraman misooma waaraa magaalaaf utubaadha jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu…
Teeknooloojii Waliin ga’iinsa Humna Ibsaa milkaa’ina Tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’f… Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaaniifi Inarjii Milkaa’ina Tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’f humna ibsaa waliin ga’uuf hojjechaan jira jedhe. Ministeerichatti…
Ispoortii Taphni har’a Arsenaal Astoon Viilaa waliin taphatu ni eegama Yonatan Birhanu Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC)_ Taphoota Piriimeer liigii Ingiliz torbee 19ffaan har'a taphoonni jaha ni taphatamu. Astoon viilaan dorgommii hundaan taphoota 11 injifachuu hordofee…
Ispoortii Afrikaan Kibbaa Zimbaabuwee yoo injifattu, Ijipti Angoolaa waliin qixa baate Sifen Megersa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) - Taphoota ramaddii xumuraa Waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Afrikaan Kibbaa Zimbaabuwee yoo injifattu, Ijipti ammoo Angoolaa waliin qixa baateerti.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti qabiyyee lafaa kaadaasteraan galmeessuu… Sifen Megersa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) - Magaalaa Finfinneetti qabiyyee lafaa hojiin kaadaasteraan galmeessuu xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Ejansiin Galmeessa Odeeffannoo Qabiyyee Lafaa.…
Teeknooloojii Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030 milkeessuuf miidiyaaleen qooda isaanii bahuu qabu – Dooktar… Sifen Megersa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) - Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030 milkeessuuf miidiyaaleen qooda isaanii bahachuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar…