Ispoortii Arsenaal Biraayitaniin injifate Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz 18ffaan Arsenaal Biraayitaniin goolii 2 fi 1 injifateera. Arsenaal goolii Maartiin Oodeegaard fi Ruutar ofirratti galcheen…
Oduu biyya keessaa Konfiransichi miira tumsaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa kan calaqqisiisu- Pirezidaanti Taayyee… Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018( FMC)- Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi Daldala Bunaa Itiyoophiyaa – Chaayinaa miira tumsaa biyyoota lameenii kan calaqqisiisudha jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee…
Ispoortii Beeniin Bootiswaanaa injifatte Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan Beeniin Bootiswaanaa goolii 1 fi 0 injifatte. Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan galgala…
Ispoortii Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin injifate Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 18ffaan Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin goolii 2 fi 1 injifateera. Bu’aa kana hordofee Maanchister…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan diinagdee magariisaa waaraa tarsiimoon hogganamu ijaaruuf hojjechaa jirti- Dooktar… Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan diinagdee magariisaa waaraa tarsiimoon hogganamu ijaaruuf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni Itiyoophiyaa diinagdee magariisaa kan bu’uureffate akka ta’uuf hojjetamaa jira- Obbo… Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Badhaadhinni Itiyoophiyaa diinagdee magariisaa kan bu’uureffate akka ta’uuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Masoob Tajaajila giddugala tokkoo dabalataa 79 banuuf karoorfame – Komiishinicha Yonatan Birhanu Dec 27, 2025 0 Finfinne, Mudde 18, 2018 (FMC) - Bara kana hanga xumura baatii Eblaatti Masoob tajaajila giddugala tokkoo dabalataa 79 banuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Komiishineerri Komiishinii…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:- Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Namoota 144'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne. Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru. Kan dhibicharraa…
Ispoortii Angoolaa 1-1 Zimbaabewee Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame. Taphni ha'a Waaree booda…
Oduu biyya keessaa Eebbifamoo Abunee Saawiroosiifi Abunee Diyoosqoroosiin ayyaana waggaa Qullubbii Gabre’eelii kabajuuf… Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Abbootiin Amantaa Ortodoksii Waloomaa Hojigaggeessaa Olaanaan Lubummaa Waliigalaa Eebbifamoo Abunee Saawiroosiifi Barreessaa Olaanaan Sinoodosii Abunee…