Oromiyaatti hanga ammaatti pirojektonni bishaanii 364 ol xumuraman
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) - Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa bara kana pirojektoota bishaanii kuma 2 fi 266 ijaaruuf karoorfatee hanga ammaatti pirojektoota 364 xumureera jedhe.…