Ispoortii Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatame Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaa har'a taphatameen Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatameera. Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa…
Ispoortii Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa Yuuniivarsiitii Jimmaatti gaggeeffama Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa mata duree "Ispoortiin Daneessummaafi Beekumsaaf" jedhuun Amajjii 9- 24/2018’tti…
Idil Addunyaa Ayyaana Qillee Kutaalee Addunyaa garaagaraatti… Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC )- Guyyaan dhalachuu Iyyesuus Kiristoos ( qilleen Faranjootaa) kutaalee addunyaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira. Ayyaanni Qillee…
Oduu biyya keessaa Lafa qonnaa bal’aa naannawaa gammoojjii misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Obbo Addisuu… Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) - Lafa qonnaa bal’aa naannawaa gammoojjii misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu Araggaan. Obbo Addisuu…
Oduu biyya keessaa Duudhaalee Sirna Gadaa tiksuun dhalootaaf dabarsuun nageenyaa fi misooma biyyaaf murteessaadha… Sifen Megersa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Duudhaalee Sirna Gadaa tiksuun dhalootaaf dabarsuun nageenyaa fi misooma biyyaaf murteessaadha jedhe Inistityuutii Qorannoo Oromoo. Waltajjiin "Gabbisa…
Oduu biyya keessaa Damee beeyladaarraa bu’aan barbaadamu akka argamuuf qorannoon deeggaramuun hojjetamaa jira Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC )- Mootummaan naannoo oromiyaa damee beeyladaa irraa bu'aan barbaadamu akka argamuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan Amajjii 15 – 19, 2018tti kabajama Sifen Megersa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan Amajjii 15 – 19, 2018tti sagantaalee garaagaraan kabajama. Guyyichi mata duree ‘Humni…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pirezidaanti Taayyeen ergaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Maree waa’ee Itiyoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Waltajjiin Maree waa’ee Itiyoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Gubaatti gaggeeffamaa jira. Pireezidaantii Naannoo Beenishaanguul Gumuuz obbo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii jalqabaa Naannoo Oromiyaa kan turan obbo Hasan Aliin gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Pireezidaantii jalqabaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan turan obbo Hasan Aliin waggoota 29 booda har’a gara Itiyoophiyaatti deebi’aniiru. Pireezidaantiin…