Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa – Giddugala Humna Haaromfamaa Baha Afrikaa Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Itiyoophiyaan waggoota saddeettan darbanitti diinagdee magariisaa dandamataa ta’e ijaaruu fi misooma humna haaromfamuu irratti hojii bal’aa hojjechaa…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf Itiyoophiyaanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu-… Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf tattaffii taasifamuun Itiyoophiyanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu jedhan Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee.…
Ispoortii Paatrik Viyeeraan Leenjisaa Garee Biyyaalessa Seeneegaal Ta’uun Muudame Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Leenjisaan lammii Faransaay Paatrik Viyeeraan leenjisaa garee biyyoolessa Seeneegaal ta'uun muudameera. Leenjisaan ganna 50 Paatrik Viyeeraan waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Marichi dhaloota dhufuuf Itiyoophiyaa fooyyofte ijaaruuf carraa uuma – hirmaattota marichaa Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Yaa'iin marii biyyoolessaa wal-dhabdee mariidhaan furuun, Itiyoophiyaa fooyya'iinsa qabdu ijaaranii dhalootaaf dabarsuuf carraa guddaa uuma jedhan…
Teeknooloojii Imala Itiyoophiyaa Diijitaalaa: Ijaarsa Dandeettii Irraa Gara Birmaddummaa Biyyaatti Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Guddinni teknoolojii barichaa ariifataafi addaan hin cinne, bifa dorgommii dinagdee, hawaasummaafi hojii addunyaa haala olaanaan jijjiiraa jira. Yaani…
Oduu biyya keessaa Hojmaanni lammiileen byyoota alaa mana Jireenyaa akka argatan eeyyamu ifoome Tsehay Guluma Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Hojmaanni lammiileen biyyoota alaa mana jireenyaa akka argataniifi abbaa qabeenyaa ta’an eeyyamu hojiirra ooleera jedhe Ministeerri Magaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Inistiitiyuutichi tumsa seektera barnootaa keessatti qabu cimsee itti fufa Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12,2018(FMC) - Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Bishaanii Federaalaa magaalaa Shaashamanneetti barattootaaf meeshaalee barnootaa Birrii miliyoona 1 fi kuma 500 olitti…
Biiznasii Manni Maree Naannichaa baajata bara 2019 Birrii biiliyoona 18 ol raggaasise Tsehay Guluma Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Gambeellaa baajata bara 2019 Birrii biiliyoona 18 miiliyoona 500 fi miiliyoona 77 fi kuma 500 ol raggaasiseera. Hogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Marii Biyyaalessaa walabummaafi hirmaachisummaa adeemsa marichaa irratti ibsa kenne Ayana Dheressa Aug 17, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2018 (FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa walabummaafi hirmaachisummaa adeemsa marichaa irratti ibsa kenneera. Yaa’iin Adoolessa 8, 2018 eegalame akkaataa sirna…
Oduu biyya keessaa Yakka malaammaltummaa ittisuu fi itti-gaafatamummaa mirkaneessuuf hunduu gahee isaa ba’achuu… Yonatan Birhanu Aug 17, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2018 (FMC) - Yakka malaammaltummaa itti-fufiinsaan ittisuu fi itti-gaafatamummaa mirkaneessuuf hundi gahee isaa ba'achuu akka qabu Minisisteerri Haqaa hubachiise.…