Ispoortii Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii Oorigan gahe Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) – Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 21ffaarratti hirmaatu Ameerikaa Oorigan gaheera.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo milkiin xumurame- TKM Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo milkiin xumurameera jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi ibsa baaseen, wayita wal…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa:- Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Ashaaraan magariisaa keenya akka dhalootaatti kan milkeessine fi injifannoo biyyaalessaa tumsaan galmeessinedha. Sadarkaa biyyaalessaatti kan gaggeeffame sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni ida’amuun wanta karoorsan milkeessuu akka danda’an mul’isaniiru- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Itiyoophiyaanonni ida’amuun wanta karoorsan milkeessuu akka danda’an mul’isaniiru jedhan Ministirri Muummee RDFI…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni guyyaa har’aa xumura imala keenyaa akka hintaane ummanni keenya tolchee… Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018( FMC)- Milkaa'inni guyyaa har'aa xumura imala keenyaa akka hintaane ummanni keenya tolchee beeka jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan guyyaa har’aa biqiltuu miiliyoona 800 fi miiliyoona 5 ol dhaabuun riikardii cabsite-… Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan guyyaa har’aa biqiltuu miiliyoona 800 fi miiliyoona 5 ol dhaabuun riikardii cabsite jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 65 ol dhaabbate- Obbo Addisuu Araggaa Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 65 fi kumni 700 ol dhaabbateera jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Biqiltuu dhabuun abdi dhaloota egeree ijaaruu dha – hirmaattota Ashaaraa Magariisaa Yonatan Birhanu Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC) – Biqiltuu dhaabuun madaala uumamaa eeguu bira darbee abdii dhaloota boruu dhaabuu dha jedhan hirmaattonnii sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin mari’attootaaf ibsa taasisan Sifen Megersa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Oolmaa Guyyaa har’aa Maree Biyyaalessaan Gareen Ogeeyyii miseensota 500 irraa ijaaraman gareewwan ajandaa saddeetiif ibsa bal'aa kennaniiru.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen miiliyoonni 21 ol sa’aatii 8:00 keessatti biqiltuu miiliyoona 600 fi miiliyoona 50… Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad lammiileen miiliyoonni 21 ol sa’aatii 8:00 keessatti biqiltuu miiliyoona 600 fi miiliyoona 50 dhaabaniiru…