Oduu biyya keessaa Ifxarri Daandirraa Sambata dhufu gaggeeffamuufi Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Ifxarri guddaan Daandirraa 6ffaan mata duree ‘Najjaashii kabaja biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamuufi jedhe Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Ispoortii Falmii yaaddoo gara gadiitti bu’uurraa ooluuf taasifamu… Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Sarara gara gadii bu’uurraa qabxii tokkoon qofa fagaatee kan argamu Tootenhaam morkiin har’a Kiristaal Paalaas waliin taasisu ni eegam. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Ragaalee filattoota irraa barbaadaman… Yonatan Birhanu Mar 5, 2026 0 A. Waraqaa eenyummaa gandaa ykn Paaspoortii B. Waraqaan eenyummaa gandaa ykn paaspoortiin yoo hin haarofnes, galmaa'uuf ni fayyada. Garuu yeroon waraqaan eenyummaa sun itti haaromfamuu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Daandii Saffisaa Baatuu- Nageellee Arsii ariifataa jira Tsehay Guluma Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) - Qaama Piroojektii Moojoo -Hawaasaa kan ta’ee daandiin Saffisaa Baatuu – Nagellee Arsii xumuramaa jira. Bulchiinsa Daandiiwwan Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Dargaggeessa aadaa, duudhaafi safuu beekee hawaasa keessatti fakkeenya gaarii ta’e horachuun… Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) - Yaa’iin Dargaggoota Oromiyaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira. Yaa’icha mata duree 'Dhaloota dubbisuutu waan dubbatuufi waan hojjetu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaawaa Asallaa % 86 qaqqabe Tsehay Guluma Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC)- Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaawaa Asallaa % 86 qaqqabeera jedhe Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa. Buufanni Konkolaataa Qindaawaa…
Oduu biyya keessaa Garaagarummaan jiraachuun uumama, garuu garaagartee humnaan furuuf yaalutu dogongora – Dooktar… Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) -Garaagarummaan jiraachuun uumama, garuu garaagartee humnaan furuuf yaaluun dogongora guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Fayyaa Facaatii dhibee Busaa guutummaatti to’achuuf hojjetamaa jira – BFO Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Facaatii dhibee Busaa guutummaatti to’achuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa. Waggoottan darban weerarri dhibee Busaa tasa mudachuun…
Oduu biyya keessaa Obboloota keenya musiliimaa harka qalleeyyii ta’an waliin sagantaa Afxiraa gaggeessineerra-… Ayana Dheressa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Obboloota keenya musiliimaa harka qalleeyyii ta’an waliin ibisituu waloomaa kan taate Paarkii Araadaatti sagantaa Afxiraa gaggeessineerra jedhan…
Oduu biyya keessaa Faaruun filannoo waliigalaa 7ffaaf qophaa’e eebbifame Ayana Dheressa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa faaruu filannoo waliigalaa 7ffaaf qopheesse ‘“Filannoo Keenya- Biyya Nuun Ala” jedhu eebbisiiseera.…