Hojiin guutinsa konkiriitii boqonnaa jalqabaa pirojektii madda Anniisaa Kooyishaa xumurame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Hojiin guutinsa konkiriitii boqonnaa jalqabaa pirojektii madda Anniisaa Kooyishaa milkaa'inaan xumurameera.
Pirojektiin kun damee misooma Anniisaa…