Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa Naayiroobii galan Ayana Dheressa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa magaalaa Naayiroobii galaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Afrikaa ‘Foorwaardi’…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Idil-addunyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Idil-addunyaa(IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Kurneewwan sadan darban imala seena-qabeessa, akkasumas boqonnaa irbuun saba keenyaa ititee itti… Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Kurneewwan sadan darban imala seena-qabeessa, akkasumas boqonnaa irbuun saba keenyaa ititee itti tikfameedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Michummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii nagaaf tasgabbii naannawichaaf bu’uura akka ta’u nan hawwa… Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Michummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii nagaaf tasgabbii naannawichaaf bu’uura akka ta’u nan hawwa jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sirna Waadaa galuu pireezidaantii Jibuutii…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin damee miidiyaa dirree diimokiraasii waliin walsimsuuf fudhanne ijaarsa biyyaaf bu’uura… Ayana Dheressa May 7, 2026 0 Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Waggoottan saddettan darban keessa tarkaanfiin damee miidiyaa dirree diimokiraasii waliin walsimsuuf fudhanne…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii daawwatan Ayana Dheressa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii daawwataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) -Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa yaadannoo Goototaa 85ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Biyyi gargaarsa fudhattu birmaduudha ofiin jechuu hin dandeessu- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 3, 2026 0 Finfinnee, Ebla 25, 2018(FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad biyyi gargaarsa fudhattu biyya birmaduudha ofiin jechuu hin dandeessu jedhan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa jabduu, indaastiriin badhaateefi of dandeesse ni ijaarra- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 3, 2026 0 Finfinnee, Ebla 25, 2018(FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaa jabduu, indaastiriin badhaateefi of dandeesse ni ijaarra jedhan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…