Oduu biyya keessaa Ijoollee keenyaaf hojjechaa jirra – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Ijoollee keenyaaf hojjechaa jirra, abdii dhaabna, Itiyoophiyaa uwwisna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Sagantaan dhaabbii…
Oduu biyya keessaa Hariiroo seena qabeessa uummattoota Oromoofi Amaaraa ijaarsa biyyaa keessatti.. Yonatan Birhanu Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018(FMC) - Ijaarsa biyyaa keessatti uummatoonni Oromoo fi Amaaraa seenaa waloo dheeraa qabu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Af-yaa’ii Mana Maree Biyyaalessaa Azarbajaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 29, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Af-yaa'ii Mana Maree Biyyaalessaa Azarbajaan Saahiibaa Gaafroovaa waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 800 dhaabuuf qophiin barbaachisu taasifamuu akka qabu… Ayana Dheressa Jul 29, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) — Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 800 dhaabuudhaan seenaa haaraa galmeessuuf lammiileen Itiyoophiyaa hundi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan Sifen Megersa Jul 28, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ambaasaaddaroota biyyoota sadii yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessaniiru. Itiyoophiyaatti…
Fayyaa Sagantichi tumsa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimsa- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee Ayana Dheressa Jul 27, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2018(FMC)- Sagantaan tumsaa Gamtaa hospitaalotaa Chaayinaa- Afrikaa tumsa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimsa jedhan Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Oduu biyya keessaa Waardiyyaa Dachee fi Qilleensaa… Tsehay Guluma Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Birmadummaa biyya tokkoo mirkaneessuun kan danda'amu, raayyaa ittisaa cimaa teeknooloojii jabanaa hidhate, tooftaa waraanaan gahoomee fi Raayyaa nageenya…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee isaa boru gaggeessa Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Adoolessa 12 fi 13, 2018 Galma Caffeetti ni gaggeessa. Afyaa'iin Caffee…
Oduu biyya keessaa Faayidaa biyyaaleessaa keenya dabarsinee kennuurra, dhimmoota walii hin gallerratti mari’achuun… Tsehay Guluma Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Faayidaa biyyaaleessaa keenya dabarsinee kennuurra, dhimmoota walii hin gallerratti mari’achuun furuu qabna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrii Eeksiim Dooktar Joorji Eeloombii waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 15, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrii Eeksiim Dooktar Joorji Eeloombii waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…