Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Ispoortii Addis eebbisan Ayana Dheressa Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Ispoortii Addis eebbisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Waggoottan shanan dhufanitti Itiyoophiyaan qoricha ishee gahu oomishuu qabdi- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) - Waggoottan shanan dhufanitti Itiyoophiyaan qoricha ishee gahu oomishuu qabdi amantaa jedhuun hojjechaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Qorannoo ammayyaa eebbisuun hojii eegalchisan Ayana Dheressa Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitooteessa 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad giddugala Qorannoo ammayyaa eebbisuun hojii eegalchiisaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Waggoottan darban Itiyoophiyaan gara diinagdee hammataatti ceeteetti- WMM Ayana Dheressa Apr 2, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Waggoottan darban Itiyoophiyaan diinagdee qoqqoodaa irraa gara diinagdee hammataa ceeteetti jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Sirna diinagdee…
Oduu biyya keessaa Qormaatilee gara carraatti- ibsituu Mootummaa jijjiiramaa… Sifen Megersa Apr 1, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC) – Barii jijjiirama biyyaalessaa eegalee qormaatilee namtolchee fi uumamaa hedduun mudatanis gara carraatti jijjiiruun milkaa’inni olaanaan galmaa’eera.…
Oduu biyya keessaa 𝐓𝐈𝐑𝐀𝐍𝐀𝐀𝐑𝐑𝐀𝐀 𝗚𝗮𝗿𝗮 𝐔𝐓𝐀𝐀𝐋𝐂𝐇𝐎𝐎𝐓𝐓𝐈: 𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲𝗳𝗶 𝗛𝘂𝗱𝗵𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗜𝗺𝗮𝗹𝗮 𝐁𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀𝐃𝐇𝐈𝐍𝐀𝐀 Tsehay Guluma Mar 31, 2026 0 Kutaa tokkoffaa keessatti, ‘Cabiinsa Sirnaa’ barootaaf nulaamshesseefi madda isaa gadifageenyaan xiinxalleerra. Kutaa lammataa keessatti ‘Kalaqaafi Ariitii’ imala ‘utaalchoo’ (Leapfrogging)…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Ikkuuwaatooriyaal Giinii waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Ikkuuwaatooriyaal Giinii Teewoodooroo Obiiyaang Niguumee waliin mari’ataniiru. Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Nageenyi qe’ee Oromootti akka waara’uuf waan barbaachisu hunda raawwachuuf… Tsehay Guluma Mar 29, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenyi qe'ee Oromootti akka waara'uuf waan barbaachisu hunda raawwachuuf qophiidha jedhan Pireezidaantiin Naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Laboraatoorii Waloomaa Lammiileen Waliin keessa Jiraatanii dha – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Mar 28, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2018 (FBC) - Magaalaan laboraatoorii waloomaa lammiileen aadaa, afaan fi amantii garaa garaa qaban wal-danda’anii keessa jiraatanidha jedhan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Maree Biyyaalessaa Naannoo Tigraay Finfinneetti gaggeeffamuufi Tsehay Guluma Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Waltajjiin Maree Ajandaa walitti qabuu Naannoo Tigraay Bitootessa 23-25, 2018 Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuufi jedhe Komishiniin Maree Biyyaalessaa.…