Oduu biyya keessaa Piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa CBE piriimer Liigii Itiyoophiyaan har'a taphoonni afur ni taphatamu. Sagantaa tapha jalqabaan sa'aatii 7 irratti Istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Sochiin duula nafiladhaa dubartoonni paartii Badhaadhinaa itti hirmaatan geggeeffame Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sochiin duula nafiladhaa dubartoonni Paartii Badhaadhinaa qofti irratti hirmaatan gaggeeffameera. Sagantaa kana irratti hojiiwwan…
Ispoortii Maanchiister Siitii 3 – 0 Bireentifoord Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitii Bireentifoord injifachuun morkii waancaa cimsate. Siitiin galchii 3 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun garaagarummaa Arsenaal waliin…
Oduu biyya keessaa Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Afrikaa hojiilee misoomaa magaalaa Adaamaa daawwatan Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Afrikaa Yaa'ii dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa jalqabaarratti hirmaatan hojiilee misoomaa magaalaa Adaamaa daawwataniiru.…
Ispoortii Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame. Cheelsiin hirmaannaa waltajjii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad turtii Jibuutiitti taasisan xumuruun gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii Jibuutiitti taasisan xumuruun gara biyyaa deebi'aniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Kurneewwan sadan darban imala seena-qabeessa, akkasumas boqonnaa irbuun saba keenyaa ititee itti… Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Kurneewwan sadan darban imala seena-qabeessa, akkasumas boqonnaa irbuun saba keenyaa ititee itti tikfameedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Sagantaan eegalchiisa imala Hajjii 1447ffaa gaggeeffame Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Sagantaan eegalchiisa imala Hajjii 1447ffaa gaggeeffameera. Waggoottan darban hojiilee bal'aa hojjetamaniin yeroo ammaa Hujjaajjawwan balallii qofaaf…
Oduu biyya keessaa Bu’uura Boruun bu’uura dhalootaa ijaarra – Pir.Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Guyyaan Hundeeffama Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaan magaalaa Bishooftuutti kabajamaa jira. Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Michummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii nagaaf tasgabbii naannawichaaf bu’uura akka ta’u nan hawwa… Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Michummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii nagaaf tasgabbii naannawichaaf bu’uura akka ta’u nan hawwa jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…