Magaalaa Hawaasaatti rooba cimaa roobaa jiru hordofee hawaasni ofeeggannoo akka taasisu dhaamame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Magaalaa Hawaasaafi naannawaasheetti rooba cimaa cabbiifi bubbee makatee roobaa jiru hordofee hawaasni ofeeggannoo akka taasisu Bulchiinsi magaalattii…