Oduu biyya keessaa Seenessa qajeelaa tokkummaa biyyaalessaaf… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Biyyi kan ijaaramtu duuba ilaaluun osoo hin taane fuulduratti imaluuni. Seeneessi waloon xinsammuu ummataa falmii seenaa siyaasaa keessaa baasuun gara mul’ata walootti qajeelcha.…
Biiznasii Oromiyaatti baatiwwan kurnan darban Buna Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 fi… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2018 keessa baatiwwan kurnan darban Buna Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 200 fi…
Oduu biyya keessaa Jilli hawaasa dippiloomaasii Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaan Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Jilli Hawaasa Dippiloomaasii teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee taasifatan Magaalaa Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaaniiru.…
Oduu biyya keessaa Raayyaa humna teknooloojii olaanaan ijaarame kan faayidaa biyyaalessaa kabachiisu qabna – Leetanaal… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Raayyaan keenya humna teknooloojii sadarkaa olaanaa qabuun kan ijaarame faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan kabachiisuudha jedhen Ajajaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Qondaaltoonni waraanaa imala ulaa galaanaa argachuuf taasifamuuf qophii cimaa taasisuutu irraa… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Qondaaltoonni waraanaa imala ulaa galaanaa argachuuf taasifamuuf qophii cimaa taasisuutu irraa eegama jedhen Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota…
Oduu biyya keessaa Riizoortiin Konfiraansii Aarbaa Minci miidhagina magaalichaa caalmaatti kan guddisuudha – Dooktar… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Riizoortiin Konfiraansii Aarbaa Minci miidhagina magaalichaa caalmaatti kan guddisuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Guddina Tuurizimii Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Dameen Tuurizimii Itiyoophiyaa guddina olaanaa agarsiisuun, sosochii diinagdee biyyattii keessatti damee murteessaa ta’eera. Yaadama Mootummaa Ida'amuutiin xiyyeeffannoon damee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti manneen kaafamtoota misoomaaf ijaaraman eebbifaman Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti manneen jireenyaa kaafamtoota misoomaaf Birrii miiliyoona 700 oliin ijaaraman 300 eebbifaman. Manneen kunneen baasii bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Itiyooophiyaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 371 eebbisiiseera. Eebbifamtoonni kunneen digirii…
Biiznasii Boordiin dureeyyii kaappitaala Birrii biiliyoona 65.41 galmeessaniif lafa Investimantii murteesse Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Boordiin Invastimantii Oromiyaa dureeyyii kaappitaala Birrii biiliyoona 65.41 galmeessaniif lafa Investimantii murteesseera. Boordiin Investimantii…