Oduu biyya keessaa Qonna ammayyaan imala badhaadhina mirkaneessuu… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Qonna ammayyeessuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun imala badhaadhina mirkaneessuuf hojjetamaa jira. Barii jijjiiramaa eegalee rakkoo damee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan raawwachuu itti fufte – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii Konfiraansii Aarbaa Minci eebbisiisan. Riizoortiin har’a eebbifame kun milkaa’ina guddaa…
Teeknooloojii Tajaajilli Giddugala tokkoo tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jira Tsehay Guluma Jul 3, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Tajaajilli giddugala tokkoo Sadarkaa Federaalaa fi Naannoleetti hojii eegalan tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jiru jedhan Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii fi Ispaa Kurriftuu Aarbaa Minci daawwatan Tsehay Guluma Jul 3, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii fi Ispaa Kurriftuu Aarbaa Minci daawwataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Idil Addunyaa Faransaayitti ho’a cimaa mudateen lubbuun namoota kuma 2 olii darbe Sifen Megersa Jul 3, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) –Faransaayitti ho’a cimaa yeroo ammaa mudateen lubbuun namoota kuma 2 olii darbuu gabaafame. Hammi namoota sababa ho’a mudateen du’anii isa torbee…
Oduu biyya keessaa Rakkoo mana jireenyaa hiikuuf hojiilee hojjetamaa jiran… Sifen Megersa Jul 3, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo mana jireenyaa uummataa furuuf akkaataa dandeettiifi humna hawaasichaa giddugaleessa godhateen xiyyeeffannaa olaanaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad adeemsa ijaarsa daandii Caanoo – Canchaa daawwatan Sifen Megersa Jul 3, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa ijaarsa daandii Caanoo – Canchaa daawwataniiru. Daandii Caanoo – Canchaa Kiiloomeetira 22 fi…
Idil Addunyaa Sirni awwaalchaa Ayaatolaahii Alii Kameenii boruu eegalee raawwatama Sifen Megersa Jul 3, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Sirni awwaalchaa hogganaa Waliigalaa duraanii Iraan Ayaatolaahii Alii Kameenii boruu eegalee guyyoota jahaan itti aananiif ni raawwatama. Sirna…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa walitti hidhamiinsa qilleensaa Afrikaa keessatti diriirseen badhaafamaa ta’e Sifen Megersa Jul 3, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa qilleensaa Afrikaa keessatti diriirsee fi tumsa waliin hojjechuun badhaafamaa ta’eera. Daandiin…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ijaarsa Manneen jireenyaa Poolisii Magaalichaa eegalchiisan Tsehay Guluma Jul 3, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneen jireenyaa ammayyaa Poolisii magaalichaa eegalchiisaniiru. Aadde…