Mootummaa fi biyya cimaa ijaaruuf murannoon ni hojjenna – Miseensota Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Fulbaana 19, 2019 (FMC) – Imaanaa Ummataan nutti kenne amanamummaan raawwachuun Mootummaa fi biyya cimaa ijaaruuf murannoon ni jedhan Miseensotni Caffee Oromiyaa bara hojii Caffee…