Aadde Adaanech Abeebeen Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ta’uun moggaafaman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) –Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii jalqabaa marsaa 4ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Adaanech Abeebee Kantiibaa magaalichaa taasisuun moggaasera.…