Oduu biyya keessaa Dippiloomaasii Lammiileef dursa kenne… Sifen Megersa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) –Waggoottan jijjiiramaa darban dippiloomaasiin lammiilee irratti xiyyeeffate bu’aa olaanaa argamsiseera. Jijjiiramaan dura lammiileen biyya alaa…
Oduu biyya keessaa Fedhii dhiyeessii mana jireenyaa guutuuf xiyyeeffannoon hojjetama – Dooktar Rashaad Kamaal Sifen Megersa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) – Yeroo itti aanu fedhii dhiyeessii mana jireenyaa guutuuf xiyyeeffannoon hojjetama jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Manneen Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Qonnaan Bultoonni gara Invastimantiitti ce’an caalmaatti bu’aa qabeessa akka ta’an… Sifen Megersa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) - Shaggar kan qonnaan bulaa, qonnaan bulaanis kan Shaggar ejjennoo jedhuun Qonnaan bulaa qa'ee isaarratti abbaa qabeenyaa taasisuuf hojjechaan jira jedhe…
Oduu biyya keessaa Sababa rakkoo dhiyeessii boba’aan dhiibbaa biyyaa fi Sosochii dhiibbaa hawaas diinagdee… Tsehay Guluma Mar 31, 2026 0 1.Konkolaattoota boba’aa Geejjibsiisaniif buufata boba’aatti dursi akka kennamuuf, 2.Dhaabbilee Al ergii fi Oomishtoota olaanoon kallattiin, 3.Piroojektoota Mootummaa fi dhuunfaa…
Oduu biyya keessaa Korpooreeshinichi FMC’f beekamtii kenne Sifen Megersa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) - Hundeeffama waggaa 50ffaa isaa kabajachaa kan jiru Korpooreeshiniiin Manneen Federaalaa Faanaa Miidiyaa Korpooreeshiniif badhaasaa fi beekamtii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Eemireetoonni Araba Gamtoomanii michuuwwan jechaa fi gochaan walitti hidhamaniidha… Sifen Megersa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC) – Itiyoophiyaa fi Eemireetoonni Araba Gamtoomanii michuuwwan jechaa fi gochaa qabatamaan walitti hidhamaniidha jedhan biyyatiitti Ambaasaaddarri…
Oduu biyya keessaa Mootummaan murtoowwan rakkoo dhiyeessii boba’aa mudate dandamachuuf dandeessisan ifoomse Sifen Megersa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC) – Mootummaan Waranaa Giddugaleessa Bahaatti gaggeeffamaa jiru hordofee murtoowwan rakkoo dhiyeessii boba’aa mudate dandamachuuf dandeessisan ifoomseera…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe Tsehay Guluma Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Ekkaa aanaa 9 tti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalichaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Diinagdee hunda galeessa guddina waaraaf…. Ayana Dheressa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC)- Dinagdee waaraafi dandamataa ijaaruuf sirna diinagdee hunda galeessa hojiirra oolchuun baay’ee barbaachisaadha. Mootummaan jijjiiramaa kana hubachuun…
Oduu biyya keessaa Sagantaa jiruufi jireenya lammiilee irratti bu’aa qabatamaa fidaa jiru… Ayana Dheressa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) – Sagantaan Maaddii Guutuu inisheetiiviiwwan jiruufi jireenya lammiilee jijjiiruuf hojiirra oolan keessaa tokko. Sagantaan kun birmadummaa nyaataa…