Oduu biyya keessaa Dippiloomaasii ulaa galaanaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa … Ayana Dheressa Jun 29, 2026 0 Dippiloomaasiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa haala bilchina qabuun kan dhiyaatee fi fageessanii yaaduun kan itti mul’ate yoo ta’u fedhiiwwan siyaasaa walxaxaa naannawichaa qajeeltoo…
Idil Addunyaa Haadha fi mucaa guyyaa 18 balaa kirkira lafaa hamaa Veenzuweelaa irraa baraaraman… Yonatan Birhanu Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Wacabajjii 22, 2018 (FMC) – Balaa kirkira lafaa Veenzuweelaa muudateen lakkoofsi namoota du'anii kuma 1 fi 450 gahuu aanga'oonni biyyattii beeksisaniiru. Balaa gaddisiisaa kana…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa % 95.85 gara kutaa 9ffaatti darban Sifen Megersa Jun 29, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata Sadarkaa Magaalaa kutaa 8ffaa fudhatan Kuma 85 fi 737 keessaa % 95.85 gara kutaa itti aanuutti darbaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hariiroon uummattootaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa… Ayana Dheressa Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Hariiroon uummattootaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti…
Oduu biyya keessaa Qabxiin Darbiinsaa Qormaata Xumura Kutaa 8ffaa Dhibbeentaa 50 Akka Ta’u Murtaa’e Yonatan Birhanu Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018 (FMC) - Qabxiin darbiinsa qormaata xumura kutaa 8ffaa kan bara barnootaa 2018 dhibbeentaa 50 akka ta’u murtaa’eera. Hogganaan Biiroo Barnootaa Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammad waliin mari’atan Tsehay Guluma Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy gama Miidiyaa…
Ispoortii Neezarlaandis vs Moorookoo… Sifen Megersa Jun 29, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan morkiin Neezarlaandis Moorookoo waliin taasiftu ni eegama. Leenconni Atilaasii fi Warri Burtukaanaa halkan…
Oduu biyya keessaa Bifa biyyaa jijjiiraa kan jiru sagantaa ashaaraa magariisaa… Sifen Megersa Jun 29, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaan dhaabbii biqiltuuwwan ashaara magariisaa har’a eegaleera. Godina Arsii Lixaatti dhaabbii biqiltuu ashaaraa magaariisaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa Godinaalee fi Magaalotaa… Sifen Megersa Jun 29, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraatti sagantaan dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa eegalameera. Godina Boorana Bahaatti sagantaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan akka injifattu kan taasise ummata Isheeti- Kantiibaa Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan akka injifattu kan taasise ummata Isheeti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Kantiibaa Adaanech…