Kenniinsa eeyyamaa fi sirna to’annoo yaalaa diijitaalessuu…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) – Yaaliwwan wal’aansaa haaraan gara hojiitti akka galan eeyyama kennuu fi sirna to’annoo diijitaala taasisuun hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa.…