Sosochii ‘Barnoota Dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 200 ol walitti…
Finfinnee, Amajjii 29 , 2018 (FMC) – Sosochii ‘Barnoota Dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 200 ol walitti qabameera jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…