Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalichaa Muudama Adda Addaa Raggaasise Yonatan Birhanu May 8, 2026 0 Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 5ffaa isaatiin muudamoota Kantiibaa Adaanech Abeebeen dhiyaatan raggaasiseera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa Idil-addunyaatiin Rakkoon Qaala’iinsa Jireenyaa Akka Hin Hammaanne Xiyyeeffannoon… Yonatan Birhanu May 8, 2026 0 Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sababa dhiibbaa idil-addunyaatiin rakkoon qaala'iinsa jireenyaa akka hin hammaanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan…
Idil Addunyaa Haleellaa Diroonii Raashaa Irratti Raawwatameen Tajaajilli Wiirtuuwwan Xiyyaaraa 13 Addaan Cite Yonatan Birhanu May 8, 2026 0 Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Haleellaa diroonii gamoo bulchiinsa balalii xiyyaaraa magaalaa Rostov-on-Don kan kibba Raashaatti argamu irratti raawwatameen, tajaajilli wiirtuuwwan…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma Koriidarii magaalaa Finfinneetti hojjetame raajidha – Eeliviis Miishiilaa Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Rogeessi beekamaan Miidiyaa hawaasaa Keeniyaa Eeliviis Miishiilaan hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Finfinnee dinqisiifateera. Yaa’iin dhiibbaa…
Ispoortii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa baatii kanaa jedhame Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Leenjisaan Maanchiister Siitii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa Piriimeer Liigii baatii kanaa jedhamuun filatame. Peeppi Gaardiyoolaan taphoota…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Piroojektoonni kumni 21 ol Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 60 oliin ijaaraman… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Piroojektoonni kumni 21 ol Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 60 oliin ijaaraman eebbaaf qophaa’uu Paartii Badhaadhinaa damee…
Oduu biyya keessaa Seenessa dhugaa Afrikaa ijaaruu fi eenyummaa Afrikaa uumuuf… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtota miidiyaa hawaasaa Afrikaa tokkummaa ardiilee ijaaruuf tarkaanfii tarsiimoodha jedhan hoji gaggeessaan Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa guddina diinagdee biyyaa keessatti gahee olaanaa bahachaa jiru… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Sagantaan maaddii guutuu tattaaffii qindoomaa mootummaa fi ummaataan hojirra oole jireenya lammiileerratti jijjiirama qabatamaa fideera. Sosochiin…
Oduu biyya keessaa Meekaanaayizeeshiniin Qonnaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf bu’ura Tsehay Guluma May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) - Meekaanaayizeeshiniin qonnaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuufi oomishaafi oomishtummaa dabaluun bu'aa olaanaa agarsiisaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii bifa dhugaa Afrikaa addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa Afrikaa bifa dhugaa fi seenessa Afrikaa sirrii addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa’amaa…