Sirni awwaalcha Artiisti Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti raawwate
Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Sirni awwaalcha Ogeettii qabsoo fi kudhaama aartii Oromoo Artiisti Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti raawwateera.
Sirna awwaalcha akkaataa seenaa fi…